Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tiraamp sirna Ayaatolaa Alii Haminii buqqisuurratti yaada kenne

  2. Ajjeechaa daa'imman lakkuu hordofee haati akkamiin hidhaa waggaa 23'n adabamte?

  3. Arsiitti namoonni gareen daa'ima ugguruun birrii gafatan adabaman

  4. Saayinsii Jaalala: Dhuguma namni siif hiriyaa lubbuu ta'uuf uumame jiraa?

  5. Obbo Taayyee Danda'aa maaliif dhaddacharraa hafan?

  6. 'Dubartiin maqaafi gochaan Caaltuu' akkamitti akka yunivarsiitii caalutti barachuurra geesse dubbatti

  7. Dureewwaniifi dippilomaatonni biyyoota garagaraa booda kana maaliif gara Itoophiyaa marmaaruu baay'isan?

  8. Tibba kana Dabra Taaboor keessatti maaltu mudate?

  9. Itoophiyaan kaardii herregaa kaffaltii idiladdunyaa raawwachuuf gargaaru eeyyamte, akkamiin hojjeta?

  10. 'Mucaan koo jaallatamtuun akkamiin ofirratti murteessite?' - Abbaa intala dhiibbaa TikTok'n of ajjeestee

  11. 'Kan wal lolaa jirru TPLF fi Shaabiyaa waliini' -Mootummaa naannoo Amaaraa

  12. 'Biyyoota malaammaltummaan itti hammate keessaa, Itoophiyaan foyya'iinsa argamsiiste'-Gabaasa

  13. UAEn humna addaa Sudaan (RSF) deeggarti himannaa jedhu waakkatte

  14. Arsiitti bakakkaan bonaan loon dallaa tokko fixe

  15. Maanguddoon waggaa 78 haadha warraa 23 fuudhan waa'ee gaa'elasaanii maal himu?

  16. Buufatni Poolisii 'Ismaart' Afrikaatti kan jalqabaa ta'uun Finfinneetti baname maali?

  17. UN muddama Itoophiyaa naannoo Tigraayitti mudate irratti ibsa kenne

  18. Benishaangul Gumuzitti mooraan leenjii humna addaa Sudaan - RSF ijaaramuu qorannoon Rooyitars mul'ise

  19. Biyyoota 10 gatiin maallaqa isaanii cimaa ta'e