Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Gudunfaa:

  2. Qonnaan bultonniifi daldaltoonni Itoophiyaa buna qaban dafanii gabaaf akka dhiyeessan gaafataman, maaliif?

  3. Tiraamp biyya Iraanitti aantee "ajandaa" isaati jedhamte Kuubaatti maal gochuu danda'a?

  4. WBO'n gabaasa Aministii 'qorannoo kufaa, agarsiistuu loogiiti' jechuun fudhatama dhabsiise

  5. Tarsiimoon Iraan damdamachuu fi sodaatamuu fakkaata - balaas ni qaba

  6. 'Miseensonni WBO dubartoota gabroomfataa, gareenis gudeedaniiru' - Amnastii Intarnaashinaal

  7. Gaggeessaan Olaanaa haaraa Iraan, Mojtaabaa Kameenii, eenyu?

  8. Kaatiriin Pereez: Dubartiin Israa'eel 'basaastummaan hamatamtu' Ayatolaa Kameeniifi qondaalota olaanoo Iraan akkamiin qunnamuu dandeesse?

  9. 'Guyyaan tokko ji'a tokko nutti fakkaata'-Lammiilee Iraan

  10. Ulaan Hormuz Iraan ittiin addunyaa doorsiftu maali? Eessatti argama?

  11. Haleellaa Iraaniin hanga yoonaa kan hin miidhamne miseensi NATO, Turkiin, yoo haleelamte maaltu ta'a?

  12. Daandiin Qilleensa Itoophiyaa waraana Baha Giddugalaatti adeemaa jiruun hangam miidhame?

  13. 'Warra bosonaatu si barbaade' jechuun namichi haadha buddeenaasaa ukkaamse hidhaa cimaan adabame

  14. Ijoo

  15. 'Sararri diimaan hunduu darbameera'-Biyyoota Galoo Galaanaa

  16. MM Abiy waa'ee TPLF fi Ertiraa Afaan Tigriffaan maal dubbatan?

  17. Haleellaa 'hidhattoota Faannoon' Abee Dongorootti lubbuun darbe - Jiraattota

  18. Waraanni Ameerikaa fi Israa'el Iraan Irratti banan kun hanga yoomiitti turuu danda'a?