Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Finfinneen 'magaalaa guddoo Oromiyaa'

  2. Sirna cufinsaa Marii Biyyaalessaarratti aanga'oonni maal jedhan?

  3. Mariin daldalaa US fi Kaanadaa fashale, Torontoon gibira walqixaaf dhaadatte

  4. Guyyoota dhumaa lamaan Marii Biyyaalessaarratti wanti mudate maali?

  5. 'Maafiyaa 120' eenyutu hooggana?

  6. Ajjeechaa Giddaa Ayyaanaatti

  7. Balaliisaa Mootii Haayilasillaasee

  8. Waamicha ABIN Finfinneerratti

  9. Dirree Dhawaa irratti maaltu waliigalame?

  10. Dhimmi 'Garee Maafiyaa 120 ummata hiraarsu' eessa gahe?

  11. Finfinneen magaalaa guddoo Oromiyaa jedhamtee beekamtii Heera Mootummaa akka argattu yaadni murtoo dhiyaate

  12. Itoophiyaa fi Ameerikaan humna ittisaafi nageenyaarratti wal tumsuuf waliigalan

  13. Waa'ee haleellaa Giddaa Ayyaanaatti hidhattoota 'Faannoon' gaggeeffamee maal beekna?

  14. Turkii fi Israa'el gidduutti waldhabdeen haaraan uumamaa jiraa?

  15. Israa'el projektii manneenii iddoo falmisiisaa Weesti Baankitti ijaartuf caalbaasii ifa goote

  16. IJOO

  17. Hireen lammiilee Itoophiyaa Tiraamp Ameerikaa keessaa baasuuf jedhuu maal taha?

  18. Bulchiinsi Tiraamp dawoo lammiilee Itoophiyaa 5000f kenname akka kaasu manni-murtii hayyameef

  19. IJOO