US fi Iraan waraana dhaabuuf waliigalteerra gahuu beeksisan

US fi Iraan "Libaanos keessatti dabalatee adda hundaan oppereeshinii waraanaa akka dhaaban" waliigalteerra gahuu Ministirri Muummee Paakistaan beeksise.

Guduunfaa

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

ASHAMAA!

Akkam jirtu?

Toora odeeffannoo kallattiin isini biraan geenyu jalqabneerra.

US fi Iraan waraana dhaabuuf waliigalteerra gahuu beeksisuu.

Odeeffannoo wayitaawaa biyya keessaafi guutummaa addunyaarraa, ispoortii dabalatee: Marsariitii, YouTube, Whatsapp, akkasumas karaa Facebook kanaan seentanii filattanii dubbisuu dandeessu.

Nu hordofaa!