Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse

Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Israa'el kufaatii Asaadiin booda Lafa Sooriyaa humnan qabatte bal'isuuf karoorfatte

  2. Qondaalonni US finciltoota Sooriyaa injifatan waliin 'kallattiin dubbachaa' jiru

  3. Israa'el Sooriyaa haleeluu akka dhaabdu qondaalli UN gaafatan

  4. Finciltoonni magaalota Sooriyaa to'achaa jiran eenyudha?

  5. Finciltoonni Sooriyaa Aleeppoo gartokkoon to’atan

  6. Netaaniyaahuu irratti hidhaa osoo hin taane murtee du'aatu darbuu qaba - Ayaatolaa Kameenii

  7. Beerut haleellaa qilleensarraa Israa’el hamaan rukutamte

  8. Haleellaa Israa'el Libaanositti raawwatteen hojjettoonni lubbuu baraaran 15 ajjeefaman

  9. MM Israa'el Netaaniyaahuun ministira ittisaa Yo'aav Gaalant hojiirraa ari'uu hordofee mormii guddaan ka'e

  10. Iccitii karoora Israa'el Iraan haleeluuf qabdu akkamitti miliqee bahe ?

  11. Ajjeechaa hogganaa Hamaas Yaahiyaa Sinwaar irratti eenyutu maal jedhe?

  12. 'Israa'el USn ni dhageessi garuu murtee ofii fudhatti'- Waajira Netaaniyaahuu

  13. Baqattoonni 45 ol qarqara Jibutiitti galaanatti darbatamanii du'an Itoophiyaanota ta'uun mirkanaa'e

  14. 'Iraan keessaa bakki Israa'el qaqqabuu hin dandeenye hin jiru' - Netaaniyaahuu

  15. Mootummaan Itoophiyaa meeshaa waraanaa Somaaliyaatti fe’amuun yaaddahuu ibse

  16. Lammiin Israa'el Netaaniyaahuu akka ajjeesuuf 'Iraan qacarte' to'atame

  17. Guduunfaa

  18. Baha Giddu Galaatti muddamni hammaannan US doonii waraanaa garas ergite

  19. Ilaalcha fooyya’aa qabu kan jedhaman Masuud Pezeshkiyaan pirezidaantii Iraan ta’uun filaman

  20. Hezbollaan rookkeettiifi diroonii 200 ol Israa'elitti dhukaase