Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse

Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Seenetiin Ameerikaa waraanaa Iraan irratti kokkee wal qabaa jiru

  2. Israa'eliifi Libaanos waggaa 30 booda yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti wal arguun mariyatan

  3. Waraanni Iraan yoo itti fufe kufaatii diinagdee addunyaa fida- IMF

  4. Biyyoota addunyaa jaha kuufama boba'aa guddaa qaban kam fa'i?

  5. Ulaawwaan galaanaa akkuma Hormuuz addunyaaf murteessoo ta'an 5 kanneen beektuu?

  6. Iraan akkamiin waraana isheerratti banameef deebii kennuuf Ulaa Hormuuz gargaaramte?

  7. Atakaroon Ulaa Hormuuz dooniiwwaan 800'tti dhiyaatan danqe maalirra gahe?

  8. Tiraamp ejjennoon Iraan Ulaa Hormuuz irratti agarsiisaa jirtu 'waan irratti waliigalle miti' jedhe

  9. Yeroof dhukaasa dhaabuun waraana guutummaatti xumuruu danda'aa?

  10. Waa'ee oppireeshinii paayileetotaa fi jeettii waraana Ameerikaa Iraan keessatti kufee baraaruu waan beeknu

  11. Iraan xayyaarota waraanaa paayileetota US baraaruf bobba'an heddu kuffise jette

  12. Gara Waraana Addunyaa Sadaffaatti adeemaa jirraa?

  13. Hanqina boba'aa mudate hordofee daballii gatii omishaaleerratti waan ummanni jedhu

  14. Ameerikaan Odoola Iraan Kaargi akkamitti to'achuu dandeessi?

  15. Sababa boba'aa Masiriin suuqiifi manneen nyaataa yeroon yoo cuftu, Awustiraaliyaan geejjiba ummataa bilisa goote

  16. Huutiin imala doonii Galaanaa Diimaarraa kan danqu taanan diinagdeen addunyaa kasaaraa caalutti seena