Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Muddamni Iraan maaliif biyyoota Arabaa akkaan yaaddesse?

  2. Itoophiyaa fi biyyoota addunyaa arjoomaan dursan shan