Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Arsiitti namoonni gareen daa'ima ugguruun birrii gafatan adabaman

  2. Obbo Taayyee Danda'aa maaliif dhaddacharraa hafan?

  3. 'Dubartiin maqaafi gochaan Caaltuu' akkamitti akka yunivarsiitii caalutti barachuurra geesse dubbatti

  4. Dureewwaniifi dippilomaatonni biyyoota garagaraa booda kana maaliif gara Itoophiyaa marmaaruu baay'isan?

  5. Tibba kana Dabra Taaboor keessatti maaltu mudate?

  6. Itoophiyaan kaardii herregaa kaffaltii idiladdunyaa raawwachuuf gargaaru eeyyamte, akkamiin hojjeta?

  7. 'Mucaan koo jaallatamtuun akkamiin ofirratti murteessite?' - Abbaa intala dhiibbaa TikTok'n of ajjeestee

  8. 'Kan wal lolaa jirru TPLF fi Shaabiyaa waliini' -Mootummaa naannoo Amaaraa

  9. 'Biyyoota malaammaltummaan itti hammate keessaa, Itoophiyaan foyya'iinsa argamsiiste'-Gabaasa

  10. UAEn humna addaa Sudaan (RSF) deeggarti himannaa jedhu waakkatte

  11. Arsiitti bakakkaan bonaan loon dallaa tokko fixe

  12. Maanguddoon waggaa 78 haadha warraa 23 fuudhan waa'ee gaa'elasaanii maal himu?

  13. Buufatni Poolisii 'Ismaart' Afrikaatti kan jalqabaa ta'uun Finfinneetti baname maali?

  14. UN muddama Itoophiyaa naannoo Tigraayitti mudate irratti ibsa kenne

  15. Benishaangul Gumuzitti mooraan leenjii humna addaa Sudaan - RSF ijaaramuu qorannoon Rooyitars mul'ise

  16. Biyyoota 10 gatiin maallaqa isaanii cimaa ta'e

  17. Oduu Ijoo

  18. Wal-himannaan Itoophiyaafi Ertiraa maaliif amma hammaate, garamitti deemaa jira?

  19. 'Bakka Obbo Maammaan hin jirretti akka waan gaaddisa dhabneeti' - Miseensa Hawaasa Oromoo Siyaatil