Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tiraamp sanadoonni waa'ee UFOfi qaamolee hin beekamne samii keessa jiru jedhaman akka ba'an gochuuf

  2. Harargee Lixaa: Kantiibaan duraanii ummata goyyomse akkamiin hidhaa cimaan adabame?

  3. Hayilee Fidaa: Maqaa Qubee Afaan Oromoofi siyaasa ammayyaa keessatti hin dagatamne

  4. Iraan xalayaa ariifachiisaa akeekkachiisa cimaa qabu UN'tti ergite

  5. Waamicha nagaa MM Abiy Wallaggatti dhiyeessaniif WBO deebii 'garaarraa miti' jedhu kenne

  6. Waraanni US hanaga Sambatatti Iraan irratti haleellaa rawwachuu maluuf 'qophii xumure'- Miidiyaa US

  7. MM Abiy ummata yaaddoo keessaa baasuuf jaarsoliitti amaanaa kennatan

  8. 'Finfinneen Afrikaaf Dubaay ishii haaraa taateetti' - Afrikaanonni waa'ee Itoophiyaa maal jedhu?

  9. Dhimmoonni ijoon MM Abiy fi Pirezidant Erdowaan kaasan maal fa'i?

  10. Loltoonni Ameerikaa maalif gara Naayijeeriyaatti bobbaafaman?

  11. Bineensi 'maalummaasaa hin beekne' lubbuu galaafachaa, nu shororkeessaa jira- jiraattota Shawaa Lixaa

  12. Girmaa Waaqee gorsaafi hoji-gaggeessa Daandii Qilleensaa Yugaandaa ta'uun muudaman

  13. Icciitii Itoophiyaan turistoota addunyaan akka filatamtu taasise maalidha?

  14. Tattaaffi jaarsummaa Turkii Gaanfa Afrikaatti jabaachaa dhufeefi danqaalee mudatan

  15. Itoophiyaan kora 39ffaa Gamtaa Afrikaarraa maal buufatte?

  16. 'Itoophiyaan Maandeellaa leenjisuun ishee bu'uura michummaa keenyaati'- Afrikaa Kibbaa

  17. Haleellaa Israa'el Gaazaa irratti banteen namoonni 11 ajjeefaman

  18. Awurooppaan qabsoof qophaawuu qabdi- MM UK Kiir Istaarmar

  19. Iraan qoqqobbiin irraa kaanaan waliigaltee nukilaraarra ga'uuf wantoota dhiistu akka qabdu ibsite