Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. IJOO

  2. Biyyoota addunyaa bal'ina lafaa fi baayyina uummataan gurguddoo ta'an 7 kunneen beektuu?

  3. ''Haaloo ba'uuf qophaa'u...'' waanti amma lammilee Iraanitti yaaddoo ta'aa jiru maali?

  4. Tiraamp US dooniiwwan ugguraman Ulaa Hormuz keessa akka nagaan dabarsuu eegaltu ibse

  5. IJOO

  6. Biyyoota Galoo Galaanaatti wanti miidiyaa hawaasaarratti maxxansitan hidhaa ykn biyyaa ari'amuu akka hordofsiisu beektuu?

  7. Gamoowwan Abbaan Jifaar jaarraa tokkoon dura Jimma taa'anii Makkaatti ijaarsisan amma maalirra jiru?

  8. Ameerikaan biyyoota Arabaaf meeshaa waraanaa akkami dhiyeessuuf jirti?

  9. ''Iraan yoo 'adaba hin godhattu' ta'e haleellaa itti deebifna''- Tiraamp

  10. Jarmaniin US loltoota ishee baasuun waan eegamu ture jette, Tiraamp ammas loltoonni akka ba'an ibse

  11. Buufatni xiyyaaraa filatamaa jedhamu kan akkamiiti? Booleen sadarkaa kam irra jira?

  12. Ameerikaan lakkoofsa loltoota Jarmanii qabdu keessaa 5,000 hir'isuufi

  13. Baqataan Itoophiyaa Ameerikaatii ari'ame Kaameroon seene

  14. Waraanni Kaaba Itoophiyaatti yoo ka'e wantoota ijoo shan mudachuu malan

  15. Guduunfaa

  16. Shuulaa Koheen: Basaastuu Israa'el waggootaaf gola icciitii Libaanos onsaa turte

  17. Arsiitti ga'eessa haadha warraatiin qaamni saalaa guutuutti irraa murame deebi'ee hodhameef

  18. Itoophiyaan ajjeechaa lammiileerratti Afrikaa Kibbaatti raawwate balaaleeffatte

  19. IJOO

  20. Birriin dogongoraan herreega baankii nama biraa irratti galchitan siniif deebi'amoo hin deebiyu?