Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Sa'uudiifi UAE'n Iraan irratti haleellaa raawwachuu gabaasni mul'ise

  2. Ameerikaan qoqqobbii Ertiraarraa kaasuun gaaffii inni kaasu

  3. Ob. Zagayyee Asfaaw: Hayyuu Qonnaan bulaa ciisanyummaa baasee abbaa lafaa taasise

  4. Paakistaan xiyyaarota waraanaa Iraaniif dawoo kennuun marii US fi Iraaniif maal akeeka?

  5. Hogganaan Pireesii Bulchiinsa Yeroo Tigiraay hidhamuu BBC'n mirkaneesse

  6. Egeree qindoominaa fi hariiroo mishaa moo waraana- walga'iin Tiraamp fi Shii bu'uura akkamii kaa'ee darba?

  7. Itoophiyaafi Ameerikaan dhimmoota ijoo sadiirratti waliigaltee mallatteessan

  8. Tiraamp dhukaasa dhaabuun US fi Iraan 'haala yaaddessaa' keessa jira jedhu

  9. Abbaan ijoollee jaha haati warraa qaama saalaa irraa muran maal jedhu?

  10. Biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadii 10 bay'inaan meeshaa waraanaa alaa galchan

  11. Murteen qabxii 10 qabu Mojtaabaa Kameenii ulaa Hormuz irratti dabarsan maali?

  12. Neetaaniyaahuun Israa'el deeggarsa waraanaa US jalaa ba'uu akka qabdu ibse

  13. Tiraamp wixinee yaadaa US waraana dhaabuuf dhiheessite irratti deebii Iraan kennite fudhatama dhabsiise

  14. Waraanni Iraan waa'ee biyyattii waan haaraa maal addunyaa barsiise?

  15. Godina Shawaa Lixaatti konkolaataan akkamiin namoota 18 galaafate?

  16. Namichi Aadde Adaanach Kumsaa 'ajjeesuun bineensa nyaachise' to'atamuu poolisiin beeksise

  17. Wal himannaa Itoophiyaafi Sudaan booda Ameerikaan waamicha taasiste

  18. 'Nama wayii dhoofne' - Xiyyaarri daandiirra akkamiin nama ajjeese?

  19. Waraana US fi Israa'el Iraan irratti banan: Lola tokkicha gareen lachuu injifanne jedhan

  20. Qoqqobbiiwwan Ameerikaan Ertiraarra keessee turte kan akkamiiti? Addatti eenyufaa ilaallata?