Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Lolli kaanaan mootummaan Ertiraa ni bada'
'Lolli kaanaan mootummaan Ertiraa ni bada'
Maxxanfame
Itoophiyaan buufata doonii Ertiraa ijarra buufatte, buufata Asab, humnaan fudhachuuf fedhii akka hin qabne aangawaan Itoophiyaa dubbatan.
Dubbiin isaanii kuni yeroo Kaaba Itoophiyaatti muddamni cimee dhagahame.
Kaaba Itoophiyaatti yoo lolli ka'e mootummaan Sudaaniifi kan Ertiraa hin jiraatan jechuun Keeniyaatti Ambaasaaddarri Itoophiyaa Baacaa Dabalee himan.
Viidiyoo guutuu asii daawwadhaa!