Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Xiyyaarri Itoophiyaa akkamiin kufe?
Xiyyaarri Itoophiyaa akkamiin kufe?
Maxxanfame
Viidiyoon xiyyaara Itoophiyaa kufee caccabe dhihoo miiidiyaalee hawaasummaa irratti qoodamaa jira.
Dhimma kanarratti Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa homaa hin dubbanne. BBC'n odeeffachuf yaalus hin milkoofne.
Jiraattonni Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Booraa BBC'n dubbise xiyyaarri waraanaa kufuu dhageenyeerra jechuun BBC'tti himaniiru.
Gabaasa guutuu asii dubbisaa.