Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Tiraamp maaliif dhokatan?
Tiraamp maaliif dhokatan?
Maxxanfame
Pirezidaant Doonaald Tiraamp sodaa haleellaa Iraanirraa kan ka'e konkolaataa nyaata deddeebisu keessa dhokatee xayyaara jijjiirrachuu amanan.
Taateen kun kan mudate ji'a darbe yeroo yaa'ii NATO Turkiitti gaggeeffameeratti ture.
Tiraamp gaazexeessitootaf ibsa kenneen tiki Ameerikaa yaaddoon haleellaa Iraan jiraachuu waan maluuf xayyaara jijjiirrachuu akka qabu itti himamuu ibse.
Viidiyoo guutuu asii daawwadhaa. Dubbisuuf as mil'adhaa.