Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Seenaa wallee Soolanee
Seenaa wallee Soolanee
Maxxanfame
Artist Daawwitee Mokonniin waggoota 30 oliif walleewwan aadaafi ammayyaan maqaa guddaa horate. Ammallee sirbuutti jira.
'An dhufeen jira', 'Beenu Ka'ii', 'Mee Xiqqoo gad taa'imee', 'Yaa Saawwakoo' fi sirboota hedduun beekama, jaalatamallee.
Soolaneen walleewwan Daawwitee Mokonniin ittiin beekamu keessaa tokkodha.