Daawwannaa 'tasaa' gara Tigraay

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Daawwannaa 'tasaa' gara Tigraay
Maxxanfame

Pirezidantiin duraanii Naayijeeriyaa ''daawwannaa tasaa'' gara Tigraayitti taasisuu bulchiinsi naannichaa TPLFn hoogganamu ibse.

Oluseegun Obasaanjoon Gaanfa Afrikaatti bakka bu'aa Gamtaa Afrikaati.

Bulchiinsichi imalli kuni mootummaa federaalaa waliin marii eegaluuf haaldureewwan bu'uuraa fi ijoodha jedhe tarreesseera.

Daawwannaan isaanii kuni yeroo mootummaa federaalaafi TPLF gidduu muddamni cimetti mudate.