Roobiin turistoota wareerse

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Roobiin turistoota wareerse
Maxxanfame

Kuni raajiidha. Roobiin turistoota 'bakka seenan dhabsiise'.

'Ijoolleekoo waliin baay'ee rifanne. Takkaa waan akkanaa hin agarre' jedhe turistiin viidiyoo kana waraabe Oznur Beel.

Roobiin bineensota ilkaan jabaa qabaniifi miidhaan namarraa geessisanidha.

Haa ta'u malee, namni bidiruurra jiru hunduu osoo hin miidhamin jalaa bahaniiru.