Ayyaanaa Cuuphaa: Kabaja ayyaanichaa magaalota Itoophiyaa adda addaatti suuraan

Maxxanfame

Waggaa waggaan A L I Amajji 10 fi 11 hordoftoota amantaa Bataskaana Ortodoksii Tewaahidoo Itoophiyaa biratti kan kabajamu Ayyaana Kataraafi Cuuphhaa irratti namoonni hedduu ni hirmaatu. Ayyaana addabaabaayiitti bahanii kabajatan kana irratti daa'immanirraa kaasee hanga ga'eessotaatti uufata aadaan faayamanii taabota qe'ee isaaniitti argamu faaruun dabaalanii gaggeessuun bakka buufata isatti deebisu. Suuraawwan kutaa Itoophiyaa bakka gara garaatii kabaja ayyaanichaa agarsiisan kunooti.

Bataskaana Boolee Medaaniyaalamiitti farfaattoonni guyyaa Kataraatti
Ibsa waa'ee suuraa, Bataskaana Boolee Medaaniyaalamiitti farfaattoonni guyyaa Kataraatti
Jaanmedaa (Hurufa Boombii), Finfinnee
Ibsa waa'ee suuraa, Jaanmedaa (Hurufa Boombii), Finfinnee
Kabaja Ayyaana Kataraa Godina Iluu Abbaa Booraa Magaalaa Mattuutti
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja Ayyaana Kataraa Godina Iluu Abbaa Booraa Magaalaa Mattuutti
Ayyaana Kataraa Godina Gujii magaalaa Bulee Horaatti
Ibsa waa'ee suuraa, Ayyaana Kataraa Godina Gujii magaalaa Bulee Horaatti
Kabaja Ayyaana Kataraa (Jala bultii Cuuphaa) magaalaa Ambootti
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja Ayyaana Kataraa (Jala bultii Cuuphaa) magaalaa Ambootti
Kataraa Gondaritti: Jala-bultii Ayyaana Cuuphaatti jiraattonni Gondar siidaa Atse Tewodiroos II jala dhaabbatanii
Ibsa waa'ee suuraa, Kataraa Gondaritti: Jala-bultii Ayyaana Cuuphaatti jiraattonni Gondar siidaa Atse Tewodiroos II jala dhaabbatanii
Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee "Cuuphaa Gondaritti" kabajanna akkuma jenneen Gondaritti wal argineerra jechuun kana dabalatee suuraawwan biroo fuula Feesbiikii isaaniirratti qoodaniiru.
Ibsa waa'ee suuraa, Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee "Cuuphaa Gondaritti" kabajanna akkuma jenneen Gondaritti wal argineerra jechuun kana dabalatee suuraawwan biroo fuula Feesbiikii isaaniirratti qoodaniiru.
Magaala Baahir Daaritti
Ibsa waa'ee suuraa, Ayyaana Kataraa magaala Baahir Daaritti
Naannoo Amhaaraatti Godina Addaa Saba Oromoo
Ibsa waa'ee suuraa, Naannoo Amhaaraatti Godina Addaa Saba Oromoo
Magaalaa Gondar
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja Ayyaana Kataraa Gondaritti
Kabaja Ayyaana Cuuphaa magaalaa Kamiseetti
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja Ayyaana Cuuphaa magaalaa Kamiseetti
Kabaja Ayyaana Cuuphaa magaalaa ji'otaaf finciltoota Tigraay jala turte Waldiyaatti
Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja Ayyaana Cuuphaa magaalaa ji'otaaf finciltoota Tigraay jala turte Waldiyaatti