Walirraa fageenya hawaasummaa eeggachuu qabnu fakkeenyummaa qabu suuraan

Maxxanfame

Tarkaanfii ittiin dhibee koronaavaayirasii ittisan keessaa tokko walirraa fageenya hawaasummaa eeggachuudha. Kunis namoonni meetira lama walirraa fagaachuu kan gaafatudha. Hangam keenyatu dhibee kana ofirraa ittisuuf tarkaanfii namarraa fagaachuu (walirraa fageenya hawaasummaa) kana hojiirra oolchaa jirraa? Naannoo keessanitti ammoo maal taajjabdan?

Bakkeewwan mana amantaatti walirraa fageenya hawaasummaa eeggachuu
Ibsa waa'ee suuraa, Bakkeewwan mana amantaatti walirraa fageenya hawaasummaa eeggachuu
Suuqii xiqqaa maamiltootaaf qophoofte
Ibsa waa'ee suuraa, Suuqii xiqqaa maamiltootaaf qophoofte
Sirna Pirezedaant Saahilawarq irratti argaman
Ibsa waa'ee suuraa, Sirna Pirezedaant Saahilawarq irratti argaman
Dargaggoota harka dhiqachuuf dabaree eeggatan
Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggoota harka dhiqachuuf dabaree eeggatan
Kora waa'ee walirraa fageenya hawaasummaa eeggachuu irratti
Ibsa waa'ee suuraa, Kora waa'ee walirraa fageenya hawaasummaa eeggachuu irratti
Walirraa fageenya hawaasummaa suuqii fuula duratti
Ibsa waa'ee suuraa, Walirraa fageenya hawaasummaa suuqii fuula duratti
Sirna amantaa irratti
Ibsa waa'ee suuraa, Sirna amantaa irratti