Faalama Qilleensaa: Dorgommii Maaraatoonii Walakkaa Deelhii

Maxxanfame

Dorgommii Maaraatoonaa Walakkaa Hindii, magaalaa Delhiitti gaggeeffame irratti atileetonni Itiyoophiyaa badhaafamaniiru. Dorgomtoonni hedduunis faalama qilleensaan rakachaa waan turan fakkaata. Dorgommichi maal akka fakkaatu ilaalaa mee...

Badhaafamtoota Maaraatoona Walakkaa Deelhii - 1ffaa Birhaanuu Laggasaa, 2ffaa Andu'aalam Ballihuu fi 3ffaa atileetiin Ameerikaa Liyoonaard
Ibsa waa'ee suuraa, Badhaafamtoota Maaraatoona Walakkaa Deelhii - 1ffaa Birhaanuu Laggasaa, 2ffaa Andu'aalam Ballihuu fi 3ffaa atileetiin Ameerikaa Liyoonaard
Birhaanuu Laggasaan Maaraatoona Walakkaa Deelhii mo'ate
Ibsa waa'ee suuraa, Birhaanuu Laggasaatu Maaraatoona Walakkaa Deelhii mo'ate
Birhaanuu Laggasaa, Andu'aalam Ballihuu fi Liyoonaard Koriir
Ibsa waa'ee suuraa, Birhaanuu Laggasaa, Andu'aalam Ballihuu fi Liyoonaard Koriir
Dorgomtoonni Maaraatoona Walakkaa Deelhii hafuura barbaacharra turanii?
Ibsa waa'ee suuraa, Dorgomtoonni Maaraatoona Walakkaa Deelhii hafuura barbaacharra turanii?
''Qilleensi foolii fiigichaa qaba, haa tahu malee qilleensi akka malee faalameera''
Ibsa waa'ee suuraa, Dorgomaan kun ergaa ''Qilleensi foolii fiigichaa qaba, haa tahu malee qilleensi akka malee faalameera'' jedhu dabarse.
Dorgomtoota keessaa warri kaan muuziqaa dhaggeeffachaa yommuu fiigan, kaan ammoo sodaa faalamaan afaan isaanii haguuganiiru
Ibsa waa'ee suuraa, Dorgomtoota keessaa warri kaan muuziqaa dhaggeeffachaa wayita fiigan, kaan ammoo sodaa faalamaan afaan isaanii haguuganiiru
Kanneen biroos meeshaa qilleensa summaa'aa ittisu kaa'atanii fiigaa turan
Ibsa waa'ee suuraa, Kanneen biroos meeshaa qilleensa summaa'aa ittisu kaa'atanii fiigaa turan