Dizaayinaroonni Afriikaa Ciccimoo Finfinneetti

Maxxanfame

Haab oof Afriikaa, agarsiisa faashinii idil adduunyaa Ardii Afriikaa keessatti geggeeffamu keessaa tokko yoo ta'u, dizaayinaroonni 20 ol irratti hirmaatanii jiru.

Mana Eedan
Ibsa waa'ee suuraa, Dizaayinarii Eedan Asbahaa irraa: Itoophiyaa
Arnold Murithi
Ibsa waa'ee suuraa, Dizaayinarii Arnoold Muriitii irra: Keeniyaa
Rataatooyule
Ibsa waa'ee suuraa, Dizaayinarii Jaakii Afoortees irraa: Itoophiyaa
ZAAF
Ibsa waa'ee suuraa, Diizaayinar Abbaay Shuultiz: Itoophiyaa irraa
Ijjig Tibeb
Ibsa waa'ee suuraa, Diizaayinar Ijjigaayyahu H/Giyoorgiis irraa: Itoophiyaa
Aniyaangoo Impiingaa
Ibsa waa'ee suuraa, Diizaayinar Aniyaangoo Impiingaa irraa: Itoophiyaa
Yordii
Ibsa waa'ee suuraa, Diizaayinara Yoordaanoos Abarraa irraa: Itoophiyaa
Maafii
Ibsa waa'ee suuraa, Diizaayinar Maafii Afawarq: Itoophiyaa
Saamraa Bu'aalee gogaasadarkaa filatmoo
Ibsa waa'ee suuraa, Diizaayinar Saamraawiit Marsi'eehaazan irraa: Itoophiyaa
Russeel Salamoon
Ibsa waa'ee suuraa, Dizaayinar Gaabri'eel irraa: Naayijeeriyaa
Adaamaa Paariis
Ibsa waa'ee suuraa, Dizaayinar Adaamaa Paariis: Senegaal