Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Haleellaan shororkaa finxaaleyyii keessaa fi alaan Itoophiyaatti yaalame fashalaa'eera- Min. Nagaa

  2. Gareen Biyyaalessaa Iraan viizaa US argate

  3. US fi Iraan Galoo Galaanaa keessatti walitti dhukaasan

  4. Yeroo ammaa meeshaaleen nukilaraa Iraan eessa jiru?

  5. 'Bu'aan filannoo diraamaa dursee hojjetamedha yaadi jedhu dhugaarraa kan fagaatedha'

  6. Ajjeefamuun abbaa seeraa 'Sirna Haqaarratti haleellaa jabaa raawwatamedha'

  7. Haati warraa duraanii obboleessa bulchaa Dubaayi hidhamte jirti-Abukaatoo

  8. Waancaa Addunyaa 2026 waan beekuu qabdan

  9. Shakiiraan baniinsa Waancaa Addunyaa irratti weellisuuf, garuu Waakaa.. Waakaa.. miti

  10. Ayaan Hirsii Alii: Dubartii 'falmisiistuu' Somaaliyaa baqattee Awurooppaa hanga UStti mirga dubartootaaf falmaa jirtu

  11. 'Ajjeechaa Arsiitti tibbana mudateef mootummaafi WBOn quba walitti qaban'

  12. Waldhabdeen Tiraampiifi Neetanyaahuu marii Iraan danqaa?

  13. Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun waa'ee haadhasaa maaliif dhoksa?

  14. Dhimma filannoorratti atakaaroo keessa kan jirtu Somaaliyaatti, masaraa mootummaa dhiyootti dhukaasni dhaga'ame

  15. Gamtaan Afrikaa fi IGAD waa'ee filannoo Itoophiyaa maal jedhan?

  16. WBO uggura geejjibaa filannoo gufachiisuuf labsuu hime kaase jedhe

  17. Patiriyaarkiin Bataskaana Ortodoksii Itoophiyaa fi WBOn ajjeechaa Arsiirratti yaada kennan

  18. US buufatashee viizaa Afrikaa heddu cufte, kan Finfinnee garuu itti fufa