Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ameerikaan Tigraayitti 'qaamolee adeemsa nagaa gufachiisan' akeekkachiiste

  2. Manni maree Tigraay labsiin dirqama loltummaa fi adabbii du'aa akka hojiirra oolu ajaje

  3. Afrikaa Kibbaatti guyyaan dhumaa godaantonni akka bahan kenname dhiyaannaan Embaasiin Itoophiyaa lammileen akka of eeggatan hubachiise

  4. Itoophiyaatti baankiin aannan harmaa itti kuufamu yeroo jalqabaaf baname

  5. Jijjiiramoota hormooniifi amalaa dhiironni wayita abbaa ta'an keessa darban beektuu?

  6. Masjiidi Al-Aqsaa Yerusaalemitti argamu leellistoota Israa'eliin yaaddoo keessa galuu malaa?

  7. Naannoon Amaaraa hojjetoota mootummaa 'hidhattootti makamanii' turaniifi walitti bu'insaan buqqa'an hojiitti akka deebiyan murteesse

  8. Traamp kasaaraa waraana Iraan cufachuuf dolaara bil.87 Kongresii gaafate

  9. Iloon Maask torbee lama keessatti sadarakaa tiriileeyenummaa isaa dhabe

  10. Ijoo

  11. Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhimma Finfinnee fi afaan hojii dabalatee qabxiilee 8 adda baase maal fa'i?

  12. Dooniin Itoophiyaa akkamiin Hormuuz keessa dabarte?

  13. HRW TPLF wixinee labsii lammileen loltummaan akka tajaajilan dirqisiisuufi mormitoota ittiin adabuuf baase akka haqu gaafate

  14. Sudaanitti Haleellaan saalaa akka tooftaa waraanaatti faaydaarra oolaa jira jedhe UN

  15. Ijoo

  16. Maallaqnii fi aangoon akkamiin ofitti amanamummaa dhiirotaa irratti dhiibbaa uumu?

  17. Israa'el Gaazaa keessatti daa'imman irratti xiyyeeffachuun duguuggaa sanyii raawwatte- UN

  18. Ijoo

  19. Paartiin Badhaadhinaa fi paartileen morkattootaa waa'ee bu'aa filannoo maal jedhan?

  20. Teessoo torba kan mo'ate 'Tibibbir LeItoophiyaa Andinnet' mana maree akka hin seenne ibse