Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse

Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Israa'el qarqara magaalaa Damaasqotti haleellaa raawwaachuu Sooriyaan himatte

  2. Turkii fi Israa'el gidduutti waldhabdeen haaraan uumamaa jiraa?

  3. Israa'el projektii manneenii iddoo falmisiisaa Weesti Baankitti ijaartuf caalbaasii ifa goote

  4. IJOO

  5. Ergamaan addaa Tiraamp Hoggana Haamaasiin wal argee Gaazaarratti dubbate

  6. Liigiin Arabaa haleellaan Israa'el Libaanositti raawwataa jirtu irratti akeekkachiisa baase

  7. Qataar himata Iraan akka paayileetota ishee boojite gadhiiftu dhiyeessiteef deebii kennite

  8. Neetaniyaahuun, 'Rippaablika Islaamaa Biriiteen' jechuun UK ibse

  9. Dooniin US xiyyaara baatu baraarsaaf gara Baha Giddugalaa imaluu eegale

  10. Israa'el karoora nagaa Gaazaa Tiraamp baase kuffiste

  11. Mariin Iraanifi Omaan Ulaa Hormuuz ilaalchisee taasisan ulicha banuuf akka hin taane Iraan akeekkachiiste

  12. Iraan Ulaa Hormuuz ilaalchisee waliigalteen Omaan waliin gootu sadarkaa dhumaarra gahuu ibsite

  13. Iraan isa Tiraamp 'waliin mariyachaa jirra' jedhe dhugaa miti jette

  14. Sa'uudiin waraana US-Iraan irratti hirmaachuu fi dhiisuu gidduutti danqamte

  15. Tiraamp Iraan waliin mariin 'haala gaariin deemaa jira' jedhus Iraan kallattiin mariyataa hin jiru jette

  16. Qubattonni Israa'el Weest Baankitti masjiida, lafa qonnaafi konkolaataawwan guban

  17. Wal haleeluu Huutii fi Saawud Arabiyaa waan hanga ammaatti beekamu

  18. Buufata Nukilaraa Iraan lafa jalaa Tiraamp haleeluf dhaadatan

  19. US fi Iraan walitti dhukaasuu jabeessuun yaaddoo hammeesse