Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Loltoonni Ameerikaa maalif gara Naayijeeriyaatti bobbaafaman?

  2. Bineensi 'maalummaasaa hin beekne' lubbuu galaafachaa, nu shororkeessaa jira- jiraattota Shawaa Lixaa

  3. Girmaa Waaqee gorsaafi hoji-gaggeessa Daandii Qilleensaa Yugaandaa ta'uun muudaman

  4. Icciitii Itoophiyaan turistoota addunyaan akka filatamtu taasise maalidha?

  5. Tattaaffi jaarsummaa Turkii Gaanfa Afrikaatti jabaachaa dhufeefi danqaalee mudatan

  6. Itoophiyaan kora 39ffaa Gamtaa Afrikaarraa maal buufatte?

  7. 'Itoophiyaan Maandeellaa leenjisuun ishee bu'uura michummaa keenyaati'- Afrikaa Kibbaa

  8. Haleellaa Israa'el Gaazaa irratti banteen namoonni 11 ajjeefaman

  9. Meeshaaleen waraanaa ammaayyaa waraana Yukireen akkamiin jijjiiraa jiru?

  10. Awurooppaan qabsoof qophaawuu qabdi- MM UK Kiir Istaarmar

  11. Iraan qoqqobbiin irraa kaanaan waliigaltee nukilaraarra ga'uuf wantoota dhiistu akka qabdu ibsite

  12. Obaamaan viidiyoo Tiraamp jaldeessa fakkeessee maxxanseef deebii kenne

  13. Yaa'ii Gamtaa Afrikaaratti Gutareez fi Abiy yaaddoo fi abdii jirurratti dubbatan

  14. 'Naannoo Amaaraatti hojjettoonni Fayyaa miidhamaa jiru'- WHO

  15. 'Seerri addunyaan itti gaggeeffamtu dhabama ta'eera'- Bulchaa Jarman

  16. Itoophiyaatti gaa'ila ijaaruuf leenjiifi waraqaan ragaa dhuguma dirqama ta'uufii?

  17. Tiraamp sirna Ayaatolaa Alii Haminii buqqisuurratti yaada kenne

  18. Ajjeechaa daa'imman lakkuu hordofee haati akkamiin hidhaa waggaa 23'n adabamte?

  19. Arsiitti namoonni gareen daa'ima ugguruun birrii gafatan adabaman