Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. MM Abiy sababa waraana US-Israa'el Iraan waliin gaggeessaa jiraniin muuddama keessa kan jirtu UAE daawwachaa jiru

  2. Aanaaleen Oromiyaa ergaan akeekkachiisa balaa kennameef isaan kami?

  3. Qondaalli duraanii Mossad akkaataa Israa'el hogganaa olaanaa Iraan itti basaasaa turte ifa godhe

  4. Qabxiilee 5 dhiibbaa waraanni Iraan jiruu idilee Itoophiyaanotaa irratti qabu

  5. Dhimmi MM Abiy Ministira Dhimma Alaa US Ruubiyoo waliin mari'atan maali?

  6. Raashiyaan waraana Iraanirraa karaa dippilomasii fi diinagdee buufachuu feeti

  7. Hawaasni fi dhaabbileen boba'aa ''qusannaa guddaadhaan'' haa fayyadaman jedhame

  8. Michoonni Iraan Chaayinaa fi Raashiyaan maaliif waraanaan Iraan hin tumsine?

  9. Ijoo

  10. 'Intalakoo bakka guddaatti utuun eegu wiilchariirratti najalaa hambisan'

  11. ''Haleellaa meeshaa jabaa'' Gadaamii keessa raawwateen maaltu ta'e?

  12. Meeshaaleen waraanaa US ittiin dhaadattuu fi Iraan ittiin haleelaa jirtu kan akkamiiti?

  13. Barsiisaan barattoota isaatiin 'prank' godhame balaa irra ga'een lubbuun darbe

  14. 'Waraanichi xumuramuu kan murteessu nuyi malee Ameerikaa miti'- deebii Iraan Ameerikaaf deebifte

  15. Hogganaa Olaanaa Iraan: Waraana, aangoofi qabsoo itti aanu

  16. Buufanni waraanaa Ameerikaa gurguddoon Baha Giddu Galeessaa keessa eessa jiru?

  17. Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii saddeet maaliif dubartoota qofan balaliise?

  18. 'Ani akka gargaartuutti, abbaan warraakoo akka shofeeraatti waliin daldallee sooromne'

  19. Kooriyaa hanga Koongoo: Dubartii Oromoo loltoota Ameerikaa du'a oolchite - Aster Ayyaanaa