Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Carraan US waraana lafootiin Iraan weeraruu hagami?

  2. Itoophiyaatti hanqina boba'aa mudateen hojjetoonni mootummaa boqonnaa akka bahan taasifamuufi

  3. UAE'n waraana Baha Giddugaleessaa keessatti gaggeeffamaa jiruun maaliif gatii guddaa baasaa jirti?

  4. Amantiin tokko isa kaaniin 'karaa sirrii irra hin jirtu,' jechuu danda'aa? Seerri maal jedha?

  5. Sababa boba'aa Masiriin suuqiifi manneen nyaataa yeroon yoo cuftu, Awustiraaliyaan geejjiba ummataa bilisa goote

  6. US'tti hiriirri 'Mootii Hin Barbaadnuu' Tiraamp mormuun bahame lakkoofsa ummataa guddaa hawwate

  7. Huutiin imala doonii Galaanaa Diimaarraa kan danqu taanan diinagdeen addunyaa kasaaraa caalutti seena

  8. Bishaan akkamitti boba'aan qixxee qaama waraana Baha Giddugaleessaa ta'a?

  9. Namoota beekamoorratti himatni birrii biliyoona 1.7 waliin dhahuun dhiyaate maali?

  10. Iraan Ulaa Hormuuz cufuunshee xaa'ooo, qorichaafi omishaalee murteessooo ta'anirratti dhiibbaa qabaatu

  11. Hanqina boba'aa magaalota Itoophiyaa hiriira konkolaataan dhiphisaa jiru

  12. Caccabaa misaayeloota Iraan, Weest Baanki, Israa'el keessatti

  13. Naannoo Badhaadhinni kaadhimamaa hin dhiyeessine Tigraayitti filannoon gaggeeffamaa?

  14. KFOn waa'ee filannoo Itoophiyaa maaliif callise?

  15. Falmattuu Sabaa: Qabsooftuu jabduu achi buuteenshee dhabamee maatiin balbala eegaa hafan

  16. Daa'ima waraabessi ciniinee ijji jaame wal'aansa baqaqsanii yaaluun lubbuun hafe

  17. Zimbaabiween lammiileenshee 15 waraana Raashiyaan ajjeefamuu ibsite