Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ijoo

  2. Israa'el fi Iraan wal-haleelunsaanii Iraan wal-tajjii mariirratti cimtee akka baatu taasisaa?

  3. Haleellaan tibbana Iraan taasifte tarsiimoo waraanaa haaraa ishee mul'isinnaa?

  4. Pireezidantiin Afrikaa Kibbaa tarkaanfii godaantota seeraan alaa irratti fudhatamu himan

  5. Pirezidantiin Ertiraa ji'oota keessatti yeroo lammataaf gara Kaayiroo imale

  6. IJOO

  7. US qabeenya Iraan biyyoota Galoo Galaanaa haleellaan miidhaman dandamachiisuuf oolchuufi

  8. Hegseet guyyaa yaadannoo D Day irratti 'weerara' godaantotaatiin awurooppaa qeeqe

  9. Dargaggoo damee muuziqaa Itoophiyaatti hedduu hin beekamneen beekamuuf dhama'aa jiru

  10. Haleellaan shororkaa finxaaleyyii keessaa fi alaan Itoophiyaatti yaalame fashalaa'eera- Min. Nagaa

  11. Gareen Biyyaalessaa Iraan viizaa US argate

  12. Vilaadmiir Puutin gaaffii Zeleniskiin qaamaan wal arginee mari'anna jedheef deebii kenne

  13. US fi Iraan Galoo Galaanaa keessatti walitti dhukaasan

  14. Yeroo ammaa meeshaaleen nukilaraa Iraan eessa jiru?

  15. 'Bu'aan filannoo diraamaa dursee hojjetamedha yaadi jedhu dhugaarraa kan fagaatedha'

  16. Ajjeefamuun abbaa seeraa 'Sirna Haqaarratti haleellaa jabaa raawwatamedha'

  17. Vilaadmiir Puutin waliin fuulaa fuulatti wal argee mari'achuun barbaada- Zeleniskii

  18. Waancaa Addunyaa 2026 waan beekuu qabdan

  19. Ayaan Hirsii Alii: Dubartii 'falmisiistuu' Somaaliyaa baqattee Awurooppaa hanga UStti mirga dubartootaaf falmaa jirtu

  20. 'Ajjeechaa Arsiitti tibbana mudateef mootummaafi WBOn quba walitti qaban'