Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaan ulaa galaanaa argattu malee naannichi nagaa hin argatu' - MM Abiy

  2. Seenetiin Ameerikaa waraanaa Iraan irratti kokkee wal qabaa jiru

  3. 'Namni kaansarii dhukkubsate biyya isaa keessatti, firoota isaa gidduutti yaalamuu qaba' - Leellisee Dhugaa

  4. 'Dhibdee Baha Gidduugalaan namootni miliyoona 30 ta'an hiyyummaatti seenuu malu'

  5. TPLF aangoo MM Abiy naaf kenne akka hin fudhanne naan jedhe -Jen. Taaddasaa Warradaa

  6. Israa'eliifi Libaanos waggaa 30 booda yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti wal arguun mariyatan

  7. 'Irbuun Shinnigaa' maali? Qabsoo Oromoo keessatti bakka akkamii qaba?

  8. Konkolaataan elektirikii Itoophiyaan ijarra buufatte carraafi rakkoo akkamii qaba?

  9. Waraanni Iraan yoo itti fufe kufaatii diinagdee addunyaa fida- IMF

  10. Qumaarri ugguraa haaraan, US, Iraan irratti eegalte ni hojjataa?

  11. Namni mana hundeessaa Open AI, Saam Altiman haleele yaalii ajjeechaan lamaan himatame

  12. Tiraamp suuraa Iyyeesus isaan fakkeessu dhoobaniifi falmii kaase maali?

  13. Abbaas Araagchii: Namni dippilomaasii Iraan harkaa qaban kun eenyudha?

  14. Maanguddoon Roobeetti 'booksiifi dhiitichoo' daboo irraa hafan amma maalirra jiru?

  15. Poop Liyoon 'sodaa Tiraamp hin qabu' jedhan

  16. Tiraamp Ulaa Hormuuz cufuuf doorsisuun yaaddoo balaa dabala malee rakkoo jiru hin furu

  17. Atileet Misgaanaa Waaqumaa Itoophiyaarra darbee Afrikaaf seenaa haaraa hojjete

  18. Biyyoota addunyaa jaha kuufama boba'aa guddaa qaban kam fa'i?