Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Qabxiilee ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Ameerikaan akka jilli Iraan Niwu Yoork gadhiisee ba'u ajajje
- Jilli Iraan ministira dhimma alaa biyyattii Abbaas Araagchiin durfamu kora UN irratti hirmaachuuf torban darbe gara Niwu Yoork kan imale yoo ta'u, Ulaa Hormuuz deebisanii banuu ilaalchisee Ameerikaa walin al-kallattiin marii taasisaa ture.
- Paayilatiin qilleensarratti paayilatii biraa waraane xiyyaara kuffisuuf ture jedhe MM Netaaniyaahuu
- Odeessaalee karaa Marsariitii (Website), Instagram, YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.