Balaliisaa Mootii Haayilasillaasee

Balaliisaa Mootii Haayilasillaasee
Maxxanfame

Paayileetii Mootii Hayilasillaasee, maatiisaaniifi saree mootichaa xiyyaaraan deddeebisaa ture beektu?

Lammii Ameerikaadha. Ilmi paayilatii kanaa amma aanga'aa olaanaa Ameerikaadha.

Tibbanas magaalaa Finfinnee akka jiran Embasiin Ameerikaa Finfinnee jiru dubbateera.