Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Waa'ee Hayilee Fidaa kana beektuu?
Waa'ee Hayilee Fidaa kana beektuu?
Maxxanfame
Hayilee Fidaa beekaa yeroo malee dhalatedha jedhu warri itti dhiyoo turan.
Koloneel Mangistuu Hayilamaariyaamii hanga Ministira Muummee Abiy Ahimad dandeettii addaa qabuun jajama.
Ofii qaroon ganna 40 ol hin jiraanne kun maaliin yaadatama?